Rebecca Abebe

Rebecca Abebe

Share

24/02/2024

“Waaqayyo inni akka Waaqayyo
isa kan Yeshuuruun
tokko illee hin jiru,
inni si gargaaruudhaaf
bantiiwwan waaqaa yaabbatee adeemu,
ulfina isaatiinis duumessa irra
kan taa'u, ”
Keessa Deebii 33:26

07/12/2022

Isin abbaa Saba bal'aa kanaati. bara tajaajila keessanitti raajii isin dubbattan ta'aa jira waan tokkon yaadadha bilisummaa Saba kanaa ani hin argu garuu Sabi kun ni bilisooma jettan akkuma dubbattan... kan hafes Abdiin eegganna har'a Kanan jechuu barbaada isin gara mana keessan Isa waaqarraa abbaa keessan bira demtan malee hin duune bara baraan Onnee Saba guddaa kanaa keessa jirtu isin jaallanna nagaan boqodhaa.


#2022

27/11/2022

Waaqayyo amanamaadha

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Addis Ababa