One book

One book

Share

26/10/2019

Seenaan
Ko
Seenaa keeti

Kutaa 4ffaa
Yoomuu naafin galu
Haalli jiruu kootii
Jiraachuuf rakkodha
Maatif jaalale totii
Kanbiraatis jira
Yaaddoo kan nata,e
Kiraa manaan qabuu
Kaleen kessaa ba,e
Qaamni koo nanfayyu
Galgaluutin Aadaa
Kamtu naaf rifatee
Na wal,aanuuf yaadaa
Bonaaf gannan qabuu
Kankoo hiraarumaa
Hunduu naaf alagaa
Enyuu naaf dhimama
Mudhii kos na kutee
Rakkoon na bay,atee
Hojjachuun danda,uu
Qaama ko hollataa
Kamtu naaf rifatee
Maatii kof rakkataa
Enyuyu ni beeka
Iccitii jirenyaa
Kaan horii qalatee
Nummo agabu tenyaa
Kaan quufee qisaasaa
Nummo garaa nuyasaa
Birrii kisaan qabnuu
Hin argannu walansa....
Lubbuun ko yoo ba,ees
Yoomuu sheenaan qabu

By

XUMMURAMMEERA

Want your business to be the top-listed Shop in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Addis Ababa
HARAR