Caayaa OR
31/01/2026
Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Kibxata dhufu Mana Marii Bakka Bu’oota Uummataatiif gabaasa ni dhiheessu
Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD), Kibxata dhufu, Amajjii 26, bara 2018 gabaasa raawwii hojii mootummaa isaanii kan ji’oota jahaa Mana Marii Bakka Bu’oota Uummataatiif akka dhiheessan Manni Marichaa beeksiseera.
Walga’ii idilee 13ffaa Mana Marichaa irratti kan dhihaatu gabaasni kun, raawwii hojiiwwan gurguddoo misoomaa fi siyaasaa bara baajataa kana walakkaa waggaa keessatti karoorfaman irratti xiyyeeffata jedhameera.
Ministirri Muummee gaaffiilee miseensonni mana marichaa gaaffataniif ibsaa fi deebii ni kennu jedhameet eeggama.
Caayaa OR
SANYII LEENCAA!
22/12/2025
Yooyyaa!
Caayaan torbaan kana Aanaalee keessumattuu rakkoolee manca'uu bosonaa irratti xiyyeeffata!
Caayaa OR
Sagalee Sabaati!
Click here to claim your Sponsored Listing.