Justice Post
03/04/2025
Oduu: keessatti bara 2024 gaazexeessitoonni 43 hidhamuu, ykn butamuu gabaasni IMS mul’ise
Itoophiyaa keessatti bara 2024 yoo xiqqaate gaazexeessitoonni 43 hidhamuu ykn butamuu isaanii gabaasni madaallii nageenya gaazexeessitootaa Deeggarsa Miidiyaa Idil-addunyaa (IMS) baase mul’ise. Gaazexeessitoonni qaamolee mootummaa fi kan mootummaa hin taane irraa sodaachisoo, hidhaa fi rakkinni isaan mudachaa jiraachuu ibseera.
Gabaasni af-gaaffii gaazexeessitoota 60 waliin taasifamee fi dhimmoota galmaa’an irratti hundaa’uun ifoome kun, gaazexeessitoota kanneen naannooleen walitti bu’iinsaan miidhaman keessa jiran keessumaa , , fi keessatti balaa hamaa keessa jiraachuu isaanii ni mul’isa.
Gabaasni kun, "gareewwan hidhatan maallaqaaf jecha ykn gabaasa miidiyaalee waa’ee walitti bu’iinsa irratti hojjetan to’achuuf gaazexeessitoota seeraan ala to'annoo jala oolchu, meeshaalee isaaniis saamu" jedha. Itti dabaluudhaanis, aanga'oonni ammoo gaazexeessitoota kan sababa "nageenya biyyaalessaa fi dantaa biyyaalessaa” jedhuun akka hidhan ibseera.
Gabaasa guutuuf:
Itoophiyaa keessatti bara 2024 gaazexeessitoonni 43 hidhamuu, ykn butamuu gabaasni IMS mul’ise - Addis Standard Finfinnee, Ebla 02/2025 – Itoophiyaa keessatti bara 2024 yoo xiqqaate gaazexeessitoonni 43 hidhamuu ykn butamuu isaanii gabaasni madaallii nageenya gaazexeessitootaa Deeggarsa Miidiyaa Idil-addunyaa (IMS) baase mul’ise. Nageenyi gaazexeessitootaa ” balaadhaaf saaxilamaa jiraachuu” eeruun, ga...
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa