Murre Tips

Murre Tips

Share

22/05/2026

Obsa keessaniif Galatoomaa!!

Koorsiin YouTube automation Dabalataan waan haaraa fi iccitii bara kanaas Guututti Boru irraa eegalee dabalama.

Yoo rabbi ja'e boru irraa isin beeksisaa deema.

Wantoota Update tahan.
Niche Galii guddaa argamsiisu ( Finance ) dabaluu.

Short Yeroo gabaabaatti chaanaalii keenya guddisu mala addaan fayyadamuu.
Sagalee AI pro tahee fi iccitii human itti goonu.

Bilbila irrattis Editing isaa dabalatee waan danuu daballa. πŸ˜ƒπŸ«΅

Stay Tuned.

21/05/2026

Oduu Gammachiisaa! ✨
Maamiltoota keenya keessummeessuuf tajaajila qaamaan wal-arganii gargaarsa kennuu kallattiidhaan jalqabneerra! Hojiiwwan armaan gadii irratti tajaajila qulqullina ol-aana qabu argachuu dandeessu:

➑️ Website Design: Websayitiwwan bifa ammayyaatiin banuu fi Design isiniif godhuu

➑️ Script Writing: Barreeffama viidiyoo (skriptii) fi kan Website qopheessuu.

➑️ SEO: Marsariitii keessan Google irratti ol-kaasuu.

➑️ Thumbnail Design: Fakkiiwwan viidiyoo ija namaa hawwatan hojjechuu.

➑️ 1-on-1 Coaching: Gorsaa fi leenjii dhuunfaa kennuus Jalqabuu keenya gammachuu guddaan isin beeksisuu barbaada.

Sa'aatii isiniif mijatetti tajaajila kanneen argachuuf liinkii armaan gadii cuqaasaa: πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ˜πŸ˜€πŸ˜€

πŸ”— Liinkii: https://tipulse.com/explore-services/

Guddinni Mullata keessanii kaayyoo keenya. πŸ˜€πŸ«΅πŸ«΅πŸ«΅

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address

Addis Ababa