Waataa Technology PLC
01/08/2025
The Full Stack Website Development-MERN STACK Road Map Course: Explained in Detail-PART II | | kun kan qophaa'e, afaan Oromootiin waan ta'eef namni kamiyyuu ibsa as keessatti kenname haalaan y...
30/07/2025
| |
The Full Stack Website Development-MERN STACK Road Map Course: Explained in Detail-PART I
Sagantaan kun kan qophaa'e, afaan Oromootiin waan ta'eef namni kamiyyuu ibsa as keessatti kenname haalaan yoo dhaggeeffate ni hubata, waan hedduus ni barata.
Qophii keenya kanaan barbaachisummaa barnoota , namni kamuu barnoota/ogummaa digital skills ta'an baratee gara addunyaa diijitaalawaatti akka ce'u, akkasumas akkamitti namni tokko faana isaa gara addunyaa diijitaalawaatti galfatee bu'aa addunyaa dijjitaalawaa kana keessa jiru qooddata kan jedhu bal'inaan qoodamee jira. Sagantaan kun nama fedhii addunyaa teeknooloojii keessatti qooda mataa isaa ba'achuu barbaaduuf hedduu murteessaa dha.
Sagantaan kun "The Full Stack Website Development-MERN STACK Road Map Course: Explained in Detail-PART I" website garaa garaa irraa barnootawwan fudhataman kan of keessaa qabu waan ta'eef, link website kanaas as jalaa argachuu ni dandeessu.
Full Stack: https://www.mongodb.com/resources/basics/full-stack-development
The Complete HTML Roadmap for beginners in 2025: https://www.tutorialspoint.com/html/html_roadmap.htm
Roadmap of CSS (Cascading Style Sheets): https://roadmap.sh/r/css-6nqag
The complete guide to SDLC (Software development life cycle): https://www.atlassian.com/agile/software-development/sdlc
Warri sagantaa keenya yeroo darbe hin daawwanne ammoo link kanaan seentanii daawwachuu dandeessu.
Link: https://www.youtube.com/watch?v=R2xQ1NYhHVg&t=5s
Full Stack Website Development-MERN STACK barachuu warri barbaaddan ammoo lakkoobsa bilbilaa +251930300252 irratti nu quunnamaa!
https://www.youtube.com/watch?v=dTiGOQGOTxg
The Full Stack Website Development-MERN STACK Road Map Course: Explained in Detail-PART I | | kun kan qophaa'e, afaan Oromootiin waan ta'eef namni kamiyyuu ibsa as keessatti kenname haalaan y...
Click here to claim your Sponsored Listing.
Culinary Team
Attire
Contact the school
Telephone
Website
Address
Ethiopia
Addis Ababa