Akkoo

Akkoo

Share

21/05/2023

Dachee keenya oromiyaaf nagaan haa ta'u.

10/11/2022

Biyya keenyaf nagaan haata'u.
Laphee gaddan cabe hunda waaqayyo haa jajjabeessu.

08/11/2022

gaddaa
Nama guddafi kabajamaa kan dhaloonni jaalatu fi kabaju artistii cimaa hawwasafi barsiisa adafi duudha ummatasaa jaalala barsiisa ture doktora keenya doktora kabajaa artist ali mohammed birra dhabuu keenyatti gadda guddatu nutti dhagayame . lubbusafjenneta hawwina.
Maatif hiriyoottan isaafi ummata oromoo warra isa dhaban hundaaf jajjabinni haa tau.

01/11/2022

Ayyaana qabu. Akkotu eebbisee

30/10/2022

Dilbata bareedaa qabaadhaa.

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Address

Addis Ababa
NO