Michujobs

Michujobs

Share

21/03/2026

https://www.facebook.com/share/p/1C9RswqBcM/

Hiriyaaf Oggansa Akkasii qabaa?

1) Yeroo waa sirraa barbaadan qofa sitti haasawu,gaafa ati barbaaddu hin argaman gaafa ofiif si barbaadan malee!

2) Gaarummaa kee akka gowwummatti ilaalanii sitti fayyadamuu barbaadu,gaafa waan barbaadan sirraa dhaban, siin oodu,si cufu,amala sitti jijjiiratu!
isin gargaaruuf isin fayyadu argachuuf bakka maqaa kiyya tuquun gochuu hin dagatinaa

17/02/2026

gochuun waan gaariidha

Karaa Odeeffannoo feetan hordofaa liinkii asii gadii tuquun namootni Odeeffannoo garaa garaa feetan qofti akkasumas Wantoota barsiisoo heedduu karaa isaa kanaa argattu
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://m.facebook.com/story.php?story_fbid=841364562306866&substory_index=929421169536994&id=100092999880610&mibextid=Nif5oz

16/01/2026

Nagaa jirtuu?
naannoo tokko tokkotti Maaliif Suura kana gargaaramuun nama arrabsuu?
Dhiifama garuu ani nama kamiinu jechaa hin jiru Suura asii gaditti argitan kun maal jedhamas akka naannoo Keessaniitti

DV Lottery 2027 Requirements: Everything You Need to Know - DoroApp 07/11/2025

Dv 2027
For More information about Dv
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

DV Lottery 2027 Requirements: Everything You Need to Know - DoroApp The Diversity Visa (DV) Lottery 2027 offers an opportunity for individuals from countries with historically low immigration rates to the United States to

04/10/2025

๐Ÿ’˜๐Ÿ’˜ ๐Ÿ’˜๐Ÿ’˜๐Ÿ’˜๐Ÿ’˜ ๐Ÿ”„

๐Ÿ“ขDV 2027 ilaalchise wanti haaran maaltu jira โ‰๏ธ

โœ”๏ธDolara ๐Ÿ’ต1 kaffalani DV guutuun haga ammaatti media gurguddo gadi fageenyan waa'e DV qoratan biratti wanta kana irratti hin dubbanne so wanti kun olola sobaa tahu mala ๐Ÿค”

โœ”๏ธFulbaana kana gara dhumaa DV 2027 guutuun ni eegala jedhamee eegama ๐Ÿ”œ

๐Ÿ’กKanaafu namooti bara darbes tahe bara kaan na biratti guutaa turtan baranas isinifan guutaa sababa tahef torbee kana keessa suuraa DV dhaf tahu background isaa kan white ๐Ÿณ tahe qopheeffadhaa

๐Ÿ˜ฎOdeeffannoo biran walitti deebina .. hagasitti namootnii guutuu barbbaddan telegramii kana join gochuun nu Eegaan dhaamsa keenya
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Telegram: Join Group Chat

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Address

Gulalle
Addis Ababa
24800