Pastor Getu Lema

Pastor Getu Lema

Share

24/01/2026

President Donald J. Trump maqaa Boordii Nagaa jedhuun dhaabbata haaraa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii(UN) taphaan ala gochuu kaayyeffate hundeesseera. Boordichi ammaaf dhimma Gaa-zaatiif ijaaramus sana qofaan waan dhaabbatu akka hin taane dubbatamaara. Dhaabbata Fayyaa Addunyaa keessaa kan baate Ameerkaan, Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii(UN) keessaayis bahuu malti. Kanaaf dursanee biyyoota ijjennoo Donald J. Trump deeggaran walitti fiduun boordii kana hundeessuun dhaabbata idila addunyaati jechuun labsaniiru.

ፕሬዝዳንት ዶናልድ ትራምፕ የተባበሩት መንግሥታት ድርጅትን (UN) ወደ ጎን አድርጎ ከጫዎታ ውጭ ማድረግን የወጠነ 'የሰላም ቦርድ' (The Board of Peace) የተሰኘ አዲስ ተቋም መስርተዋል። ቦርዱ ለአሁኑ በጋ-ዛ ጉዳይ ላይ ትኩረት አድርጎ ቢቋቋምም፣ ስራው በዚያ ብቻ እንደማይወሰን እየተነገረ ይገኛል። ከአለም ጤና ድርጅት የወጣችው አሜሪካ፣ ከተባበሩት መንግሥታት ድርጅትም ልትወጣ እንደምትችል ይገመታል። በመሆኑም የዶናልድ ትራምፕን አቋም የሚደግፉ አገራትን ቀድሞ በማሰባሰብ ይህንን ቦርድ ማቋቋም እንደ አንድ ዓለም አቀፍ ተቋም መታወቁን ለአለም አስታውቀዋል።

19/01/2026

ለኦርቶዶክስ እምነት ተከታዮች እንኳን ለብርሀነ ጥምቀቱ በሰላም አደረሳችሁ ።

17/01/2026

እምነታችን በእግዚአብሔር ኋይል ነው ።

Photos from Abiy Ahmed Ali's post 07/01/2026

Merry Christmas!
May the birth of our Lord Jesus Christ fill your heart and home with peace, joy, and hope. Wishing you and your loved ones good health, blessings, and happiness throughout the year.

Photos from The Ethiopian Evangelical Church Mekane Yesus's post 07/01/2026

Merry Christmas!
May the birth of our Lord Jesus Christ fill your heart and home with peace, joy, and hope. Wishing you and your loved ones good health, blessings, and happiness throughout the year.

03/01/2026

🎉🎂 Happy New Year 2026 & Happy Birthday
As we welcome the New Year 2026 and celebrate your birthday, I extend my sincere wishes for peace, good health, wisdom, and continued success.
May God bless your life, guide your steps, and make the year ahead one of purpose, growth, and abundant blessings.

23/11/2025

Great leaders build impact, not advantage.

09/11/2025

Ibsa Gaddaa

Gadda guddaa fi jibbina guddaan, du’a Piroofeeser Laapison waan dhaga’eef, gadda kiyya guddaa ibsa.
Piroofeeser Laapiso nama beekamaa, ogummaa fi gumaacha olaanaa qabu ture.
Duuti isaa balaa guddaa dha, kan maatii, hiriyoota fi hawaasa bal’aa tuqu.

Maatii fi firoottan isaa hundaaf jajjabina fi nagaa hawwa.
Waaqayyo garaa isaanii haa jajjabeessu, lubbuun Piroofeeser Laapiso immoo bakka jireenya bara baraatti haa boqotu. 🙏

24/06/2025

መልካም የአገልግሎት ዘመን

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Address

Addis Ababa
1165