HBA
23/05/2024
Gosoota meekkaappii akkamiitu jira?
Kun gosoota jiran keessaa tokko tahuu himti Haannaan,
Artistoota hedduuf hojii meekaappii kalaqaa kana hojjechuu kan kaastu Haannaan, meekaappii gosa kanaa ofiishee irrattis bocceen, miidiyaalee hawaasaa irratti akka waan dhugaadhaan balaan irra qaqqabeetti fudhatamuun “Waaqayyo ishee haa maaru” jedhamaa akka qoodamaa ture jette.
Eessaa ka'uun akka amma ogummaa miidhaginaa kana barsiisuu irra geesses BBC'f qooddetti. Dubbisaa.
👉👉 https://bbc.in/3wGK4fy
Want your business to be the top-listed Beauty Salon in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
አስኮ
አስኮ