Journalist Abdi

Journalist Abdi

Share

13/12/2023

Oomishaafi omishtummaa dabaluuf misoomni qamadii jallisii bonaa murteessaadha!

18/11/2023

Yeroon si argu hundaa
Qalbiinko ni gammaddii
Sirraa fagaannaan garuu
Hin turtu nii baddii....!

Dhukkuba ta'aa jedhee
Himadhus ogeessattii
Maqaa keetu argamee
Onnee kiyya keessatti

Obsee si barbaadee
Waan hundaa danda'ee
Dhoksee si jaalladhee
Dhukkuba naaf ta'ee

Ba'aa jaalala kee
Obse dhokse baadhee
Utuun si jaalladhuun
Sitti himuu sodaadhee!

what makes you happier than someone who loves you writing you something like this♥️
good night🙏🥰

Want your business to be the top-listed Photography Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address

Addis Ababa