Spoortii90

Spoortii90

Share

06/02/2024

Pirezedaantiin Rippaablika Dimookraatawa Koongoo tapha biyyi isaanii Ivory koost waliin qabdu daawwachuuf hoggantoota mootummaa biroo waliin akka argaman gabaafamaara.

06/02/2024
Photos from Spoortii90's post 18/08/2023

Lisaandro Maartinez tapha guyyaa boruu Manchester United Totenham waliin taasisu Irratti kan hirmaatu ta'uun beekameera.
Taphni tootinhaam fi man yunaayitid bor sa'aatii 1:30 eegala

Want your business to be the top-listed Gym/sports Facility in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address

Addis Ababa
SPORTS