ABBA KAYO

ABBA KAYO

Share

Photos from ABBA KAYO's post 28/12/2025

The Beautiful Girl Of JIBAT.

10/12/2025

Unity is Power.

HERO OF H***Y AFRICA.

04/12/2025

Namni Nagaa Hin feene Walitti Dhufeenyi Waaqa waliin qabu 0%dha garuu kan Seexana waliin qabu 100% dha.

Ati kam filaattare

22/11/2025

HERO OF H***Y AFRICA.

12/11/2025

DUUR OROMOON BANDAA HIN QABU, HAR'A GARUU.......?
WAAN QAANIITI.

Photos from ABBA KAYO's post 11/11/2025

Nuti akka abboota
Gootota Aduwaa
Balchaa abba saafoo
Akka Gabayyoo Gurmuu
Baqqaala Wayyaa fa'a
Kan Onnee Sibila
Abishee Garbaa
Garaasuu Dhukii
Goota Karamaarraa
Akka Alii Barkee
Taaddasaa Birruu
Agarii Tulluu yoo ta'an
Yoo gootummaa malee
Hin qabnu haattuuf bandaa
Kan har'a kun maaliree
Hin deemin mana gandaa
Ati oromoo mitiree
Ati damee mitii jirmaa
Gurbaa bandaa waliin figdee
Hin nyaatiin maqaa oromoota
Aseb gurguuratte galte wayyaaneen
Nuti oromoota
Seenaa badee deebifna
Aseb badee hin hafuu
Qaama Itoophiya
Damaaqa dammaaqna
Kane haa areednu
Gara Aseb keenyaa!!!

09/11/2025

Biyyoota Afrikaa Ulaa Galaana hin qabne keessa kan keenyaatu shira guddaan guutame.
Waan wayyaanen nu hin goone maal qabdi. Waan Bandummaa duruma itti beeku.

Want your business to be the top-listed Media Company in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Adama