Singer Abdi Tesema
11/05/2026
06/05/2026
Ittin eebbifamaa
#RABBUUNII NEW AFAN OROMO GOSPEL SONG WITH SINGER #ABRAHAM_JILO 2018/2026 NEW AFAN OROMO GOSPEL SONG WITH SINGER 2018/2026 ...
04/05/2026
04/05/2026
'ichaa_guddaadhaan_xummurree
03/05/2026
Lubbuu_haaraa_affeeraa_koottaa_hirmaadha
02/05/2026
24/04/2026
Nagaan isiniif Haata'u. Har'a waa'ee dhimma namoota qajeelummaan isaanii Haasa'amuu osoo qabuu kallattii jal'ina fi hinaaffaan guutameen
faayidaa siyaasaatiif holola irraatti odeeffamaa jiruu dhugaa jiru barreessuufan garana dhufe. Qaamni kamiyyuu akka hubachuu qabu kanan barbaadu namoonni gaarummaan isaanii dhokatee maqaan isaanii cilee dibamaa jiran kan akka
Boonaa Gadaa
Chuuchuu dhugoo,
Alamaayyoo Dhaabii fi kkf
Hojiin isaan hawaasa naannoo kanaatiif gumaachaa jiran kan hedduu jajjabeeffamuu fi jabaadha jedhamuu qabudha. FKN'f Boonaa Gadaa hawaasa naannootiif mana baruumsaa ijaaruun bilisaan ummataaf kan kenne..
Chuuchuu Dhugoo namoota harka qalleeyyii yeroo addaa addaatti nyaachisuu,obaasuu, fi Dakuu fi zayita raabsuun rakkina hawaasaa furuun yeroo hunda cinaa dhaabbachuun kan hawaasa gargaaruun beekamu yoo ta'u hojiiwwan gurguddoon kallatii garaagaraatiin isaan hojjetan kan baayyee nama galateeffachiisudha. Kana godhaa yeroo isaan jiranitti namoonni maqa balleesii akka ijoollee tuulamaattii duula irratti taasisaa jiran kun gocha isaanii irraa osoo of qusatanii baayyeen bareeda. Tuulama irrattii ka'uun tulluu isin hin baasu, Laga isin hin ceesisu, isin hin milkeesuu👈👈
Click here to claim your Sponsored Listing.