Araddaa

Araddaa

Share

06/05/2026

yoo barbaadde
kee kan nama biraatiin waliin walbira hin qabin👌🏻.
Hanga jiruu wal jajjabeesinuu?

04/05/2026

Sossobaan garaa hin fayyiftuu
Afuuffan madaa hin dhinsituu
Dubbatan dhugaa dubbatuu.....🌿❤️

🤸Jaalala keetiin
Kaayyoo ko dagadhee
Osoon numa nyaadhu
Qaamanis huqqadhee
Hedduus yaadun dhiise
Sammuunis dhiphadhe

Essuma fidde garuu
Hammeenya akkanaa
Deebillee naaf dhabde
Gaafii tiyya tanaa

Sin jaaladha je'ee
Waywaachuu kiyyaatu
If qaaleysuun si gahee
Kanaaf ka boontu
Boona kana dhiiftee
Yaada koon hubattuu?

Je'ee si gaafannan
Deebisaa naaf dhabde
Jaallalti kadhaa mitii
Sirra oole aaddee

Want your business to be the top-listed Media Company in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address

Ciro
Adama