KB Computer and Mobile Maintenance
30/07/2021
Harka fuune, kabajamoo Hordoftoota Page Keenya! Tajaajila gurgurtaa, suphaa kompiitara hojjaachu fi tajaajila qulqulluu, si'aata ta'ee fi akkasuma gatii madaalawaa ta'een kenna jira. Tajaajila armana gaditti ibsamee kana argachuufi namni fedhii qabdan nu biraa argachu dandeessu
-Meeshalee Jijjiiraa Kompiitaraa Hunda
-Tajaajila LCD, LED Screen
-Suuphaa Laptooppi ( Hardware/ Software)
- Suuphaa Deesktoppii (Hardware/ Software)
-Suuphaa Priintaraa
fi kaneen biroo ni argattu
Teesson keenya Magaala Finfinnee, Beeteel, Hospitaalaa Beeteel cinaati argachu dandeessu Bilbili:- 0920447250
Kabajaa wajjin!!
Mana Suphaa Kompiitara fi Mobaayilaa KB!!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Ababa