Obsaa abadir
05/05/2024
Bofnii Bofaa caalluu hiriyyaa Gantuudhaa
05/04/2024
Oromoo daldala garbaatiin gurguramee biyya Hindiitti Muummicha Ministeeraa ta'uun biyya bulche.
Jeneraal Maalik Ambar Dhalataa naannoo Harargee Haromaayaatti bara 1548 dhalatee umrii isaa ijoollummatti gurgurame. Maalik gurguramaa osuma deemuu darbaa dabarsaan biyya Hindii yeroo gahu mootii biyya saniitti gurgurame. Malik biyya sanitti humna waraanaa gurmeeysee mootummaa
naannoo sanii waraanee moo'achuun biyya
Hindiitti muummee ministeeraa ta'uun biyya san bulchaa ture. Jeneraal Malik Ambar magaalota hedduus Hindii keessatti hundeesseera. Teknoloojii garagaraas Hindii keessatti babalisuun beekkamti gudda argatee jira je'u hayyoonni garagaraa.
Keeysumattuu jallisii Ammayyaa Malik
ja'amuun beekkamu kan Hindiin ittiin
beekkamtuu fi manneen Amantaa
bebbeekkamoo isaatu hojjachiise. Malik jechuun afaan Hindiitiin 'Mootii' jechuudha. Maqaa kanaas kan moggaaseef mootii Hindii duraanii kan isa bitatee tureedha. Malik duraan yeroo oromiyaa turetti maqaan isaa Waaqoo Shambu ja'ama ture. Malik Ambar hanga bara 1548 -1626tti jiraate. Erga inni du'ees ijoolleen isaa ciccimoo fi nama siyaasaa turan. Malik Ambar seenaa Hindii keessatti rakkoo guddaa kan ture daandiifi bishaan biyyattii galchuufi bulchiinsa gaariin seenaa Hindii keessatti har’as nama yaadatamuufi seenaa guddaa nama qabuudha.
Maddi- Indian Times
Obsaa abadir H (2011 book)
❤❤❤❤❤❤
05/04/2024
Obbolleessa keenya
Yaa Rabbi isaaf araarami. Isa mararfadhu.
Nagaa isa godhi. Irra dabrif. Qubsuma isaa kbaji.
Seensa isaa ballisiif
Cliquez ici pour réclamer votre Listage Commercial.
Type
Téléphone
Site Web
Adresse
Algiers