Bishoftu Press
12/01/2026
🌅 — Gara Magaalaa Turizimii Afrikaatti! 🌍✈️
Magaalaa Bishooftuutti Gamaaggamni Raawwii Karoora hojii Paartii fi Mootummaa Kurmaana 2ffaa sirna qindaa’aa fi hirmaannaa bal’aa ta’een gaggeeffamaa jira.
🎯 Kaayyoon Gamaaggamichaa
Ciminoota jiru daran cimsuun muuxannoo fi horata ta’anii akka itti fufan qindeessuuf
Hanqinoota adda baasuun kallattii sirreeffamaa ka’aman ejjennoo walootiin milkeessuuf
🔎 Dhimmoota Xiyyeeffannoo Addaatiin irratti mari'ataman
*Galii Magaalaa xiyyeeffannoo addaa argachuun akka ilaallamu
*Inisheetiviiwwan hundarratti mariin cimaa akka taasifamu
*Dhaawaanni MagaaloomsuuBishooftuu xiyyeeffannoo addaatiin akka ilaalamu,
*Hojiiwwan nannoo Piroojektii Dirree Xiyyaaraa Idil-Addunyaa Bishooftuu waliin walqabatan xiyyeeffannoo addaan akka ilaallaman
Raawwii hojii LDP fi Investimentii marii tarsiimoo’aa akka gaggeeffamu
👥 Gamaaggamicha irratti argamuun Kantiibaan Magaalaa Bishooftuu Ob. Alamaayyoo Asaffaa fi Hoogganaan Waajira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Bishooftuu Ob. Najiib Abbaa Raayyaa kallattii marii tarsiima'aa kaa’aniiru.
👉 Bishooftuun, bu’uura karooraa fi raawwii cimaadhaan, gara Magaalaa Turizimii Afrikaa ta’uutti tarkaanfii jabaa fudhachaa jirti!
15/12/2024
Nageenyii Bu'urra Misoomaattii jedha
Bulchinsa magaalaa Bishooftuu Kutaan magaalaa Dhibayuu.
Click here to claim your Sponsored Listing.