Soretti Oro
Dararaa Dubartoota Biyyaa Arabaπ¦πͺπͺπΉπΈπ¦πΈπ¦π²
ππ
#αα
α
#αα α»
OF EGGANNOO GODHAβΌοΈπ² Appilikeeshinii IMOπ°πΌπΈπ¦πΆπ¦πͺπΉπ―π
Akkam jirtu kabajamtoota kiyya? π
Keessumattuu obboleettota kiyya biyya Arabaa jirtanii fi hojii irratti dhiphattan, nageenyi (privacy) keessan baay'ee murteessaadha. π Namni biroo akka salphaatti account keessan akka hin hordofneef maal gochuu qabdu?
Click here to claim your Sponsored Listing.